SELLER LISTING
rt0qiTs.comThankfulHayyoonni waliigaltee biyyaalessaaf gahee isaanii bahachuu qabu- Komishinnicha Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa hayyoonni waliigaltee biyyaalessaa keessatti gahee isaanii bahachuu qabu jedhe. Komishinichi mata duree Gahee Hayyootaa Buaa qabeessummaa Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaatti jedhuun bakka buoota hayyoota Yuuniivarsiitii Naannoo Amaaraatti argaman waliin mariachaa jira. Komishinarri Komishinichaa Dooktar Yoonaas Adaayyee wayita kana akka jedhanitti, hayyoonni yaadota biyya fayyisuu dandaan dhiyeessuun gahee isaanii bahachuu qabu. Akka biyyaatti dirreen marii aadaa hawaasummaafi siyaasaa tae akka uumamuuf gahee hayyoonni adeemsa marii biyyaalessaa keessatti qaban olaanaa tauu eeraniiru.Sdsornpote05f00af2eoLnm5ff688uuhr480crM9u4hh7l41a101h8f8f4eShagar PostSdsornpote05f030af2h48um5ff688uuha480c409u4hh7l41c101h8f8f4h Shared with PublicExperts must do their part for national agreement - Commission See more See original Rate this translation
Price: Contact Seller
Private Seller: Shagar P.